Search
Mormiin gibiraa ammas naannoo adda addaatti ka'utti jira
- Jul 13, 2017
- 1 min read

Guyyaa hardhaa magaalaa Ambootti ummanni mormii cimaa kan godhaa jiru yoo ta’u, waldhabbii ummataaf waraana mootummaa jiddutti uumameen Konkolaataan poolisii Federaalaa tokko kan barbaada'ee fi konkolaattonni birootis kan caccaban tahuu odeeyfannoon argame ni addeessa.
Comments