top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Magaalaa Shaashamanneetti waldorgommiin Hifzii Qur'aanaa geggeeffamu gabaafame.

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Apr 16, 2017
  • 1 min read

Magaalaa Shaashamannee ganda 04 , masjiida Anwaaritt guyyaa hardhaa sagantaa Da'awaa fi Waldorgommiin Hifzii Qur'aanaa Ustaazoota geggeeffamuu odeeffannoon arganne ni addeessa.

Sagantaa kana irratti Ulamaa'oonni fi Ustaazoonni godina Arsii lixaa magaalootaa fi gandoota baadiyyaa adda addaa irraa dhufani kan irratti hirmaatan tahuu odeeffannoon argame ni addeessa.

Ulama'ootaa fi Ustaazoota sagantaa kana irratti hirmaatan keessaa; Aliimman gurguddoon kan akka Sheekh Hassan Gammadaa, Sheekh Suleeymaan Qumbii Sheekh Alii Buttaa, Sheekh Muhammad Haj Khadiir, Sheekh Abdullahii Biiftuu fi Aaliimman birootis jiraachuun odeeffannoon arganne ni mul’isa

Dhuma irrattis sagantaa da'awaa fi dorgommii hifzii Qur'aanaa kun fulduraafis itti fufsiisuuf akka danda’amu maallaqni walitti qabamuun isaa odeeffannoon arganne ni addeessa.


Commentaires


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page