

Mootummaan Chaayinaa seera Areeda dheeressuu fi Niqaaba ugguru baase.
Mootummaan Chaayinaa kutaa Xinjiang jedhamuun beekamu kan hordoftoonni amantaa Islaamaa miliyoona 10 ol keessa jiraatanitti seera hijaaba...


Ustaaz Abdulfattaah Musxafaa fi Muslimoonni 7 himatamanii mana murtii dhiyaatuu gabaafame.
Abbaa Yatiimotaa jedhamuun kan beekamu Ustaaz Abdulfattaah Musxafaa fi Muslimoonni 7 kan magaalaa Finfinnee masjiida Bayuush kan naannawa...


Labsiin yeroo Muddamaa ji'a Afuriifi kan itti fufu tahuu gabaafame.
Mootummaan Itiyoophiyaa Fincila guutuu biyyattii irra ummanni waggaa darbe keessa itti kaasee ture sababa tasgabeessuu dadhabeef labsii...


Ahbaashonni magaalaa Kombolchaatti kitaabonni Tawuhidaa akka hin gurguramne dhoorkan
Manneen Kitaabonni Islaamaa adda addaa itti gurguraman kan naannoo Amaaraa godina Walloo Kibbaa magaalaa Kombolchaatti argaman, kitaaba...


Godina Jimmaa aanaa limmuu saqqaatti Waldaan dargaggootaa gubamuu gabaafame.
Godina Jimmaa aanaa Limmuu Saqqaatti manni Waldaa dargaggootaa balbala 12 qabu jimaata dabre abiddaan gubamuu odeeffannoo naannawa irraa...


Waraanni Israa'eel Wardiyoota masjiida Al Aqsaa 7 hidhuu gabaafame.
Waraanni mootummaa Israa'eel wardiyoota Maajiida guddicha Al Aqsaa 7 hidhuu qondaalli Falisxiin tokko Anadolu News himeera. Dubbii himaan...


Dhaabbileen gargaarsaa biyyoota Afrikaa bahaatti dhaloonni Barnootaan ala ta’uu danda’a jechuun akee
Daa'imman miliyoona 6 ol tahan biyyoota Afrikaa bahaa keessatti argaman yoo deeggarsa hatantamaa hin godhaminiif barnoota dhaabuu danda’u...


Mootummaan Somaaliyaa Addunyaa deeggarsa gaafate.
Waggaa 6 dura bara 2011, Balaa hoongeetiin lubbuu nama 260,000 oliitu bade. Har’as balaan san fakkaattu Somaaliyatti garagalee jira....


Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii yakki Muslimoota Roohingyaa irratti raawwatame akka qoratamu ajaj
Gareen mirga namummaaf falmu kan dhaabbaticha jalatti argamu yakki ajjeechaa, gudeeddaa fi dararaan waraana Miyaamariin muslimoota...


Baqattoonni 250 tahan galaana Mediteraaniyaan liqimfamuu hin oolan jechuun gabaafame.
Baqattoonni 250 ol tahan kan Liibiyaa irraa doonii lamaan ka'anii turan galaana Mediteraaniyaan nyaatamuu hin oolan jechuun dhaabbanni...