top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Waraanni Israa'eel Wardiyoota masjiida Al Aqsaa 7 hidhuu gabaafame.

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Mar 28, 2017
  • 1 min read

Waraanni mootummaa Israa'eel wardiyoota Maajiida guddicha Al Aqsaa 7 hidhuu qondaalli Falisxiin tokko Anadolu News himeera.


Dubbii himaan Masjiidal Aqsaa Firas al- Dibs; Wardiyoonni Afur mana jireenya isaanii irraa kan hidhaman yoo tahu, Isaan 3 immoo guyyaa wixataa yakka dharaa dhagaa Seenaa qabeessa Yahuudotaa hatuuf yaalan jedhuun kan hidhaman ta’uu ibseera.


Al-Dibs akka jedhutti waraanni Israa'eel kanaan dura yakka hattummaa osoo raawwataa jiruu wardiyoota fi waraana Israa'eel jiddutti lolli cimaan ka'ee ture .


Wardiyoota amma hidhaman kanas waraanni Israa'eel yakka Sobaa itti uumuun maqaa balleessuuf jecha kan hidhe tahuu qondaalli kun Anadolu News himeera.




Comentarios


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page