top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Mootummaan Chaayinaa seera Areeda dheeressuu fi Niqaaba ugguru baase.

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Apr 1, 2017
  • 1 min read


Mootummaan Chaayinaa kutaa Xinjiang jedhamuun beekamu kan hordoftoonni amantaa Islaamaa miliyoona 10 ol keessa jiraatanitti seera hijaaba dubartootaa dhoorkuu fi Areeda dheereffatuu dhoorku jimaata kaleessa labsuu odeeffannoon argame ni addeessa.


Seerri kun guyyaa hardhaa irraa jalqabee hojii irra kan oolfamu yoo tahu, dubartoota niqaaba uffatan iddoowwan akka buufata xiyyaaraa,buufata baaburaa fi iddoowwan namoonni heddumaatanii argamanitti argamte akka too’annaa poolisaa jala oolan kan jedhu ta’uu gabaafameera.


Akkasumas areeda dheeressuun iddoowwan tajaajila ummata akka buufata Raadiyoo fiTV irra hojjatuu kan dhorkame tahuu odeeffannoon ni addeessa.


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page