top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Dhaabbileen gargaarsaa biyyoota Afrikaa bahaatti dhaloonni Barnootaan ala ta’uu danda’a jechuun akee

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Mar 28, 2017
  • 1 min read


Daa'imman miliyoona 6 ol tahan biyyoota Afrikaa bahaa keessatti argaman yoo deeggarsa hatantamaa hin godhaminiif barnoota dhaabuu danda’u jechuun dhaabbileen kunniin akeekkachiisuu gabaafameera.



Dhaabbilee Qophii Ittisa balaa 13 kan dhaabbata gargaarsa Biritaaniyaan durfaman ibsa Wixata kaleessaa Bitootessa 27/2017 miidiyaaleef kennan irratti, Hoongeen uumame kun daa'immanii fi barnoota irratti dhiibbaa guddaa uume jedhu.


Gabaasa dhiyeenya kana Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UN) irra bahe akka agarsiisutti daa'imman 340,000 ol tahan Soomaliyaa, Itiyoophiyaa fi Keeniyaa keessatti argaman sababa manneen barnoota cufamaniif barnoota dhiisaniiru akkasumas biyyoota 10 keessatti daa'imman 175,000 tahan immoo sababa Hoongeen barnoota lakkisuu agarsiisa.


Comentarios


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page