top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Dhalattoota Oromoo mana hidhaa Harariitti hidhaman 44 jidduu 42 hiikkamuu gabaafame.

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Apr 5, 2017
  • 1 min read

Ji'a 4 dura labsii yeroo muddamaan walqabatee naannoo Hararii mana hidhaa magaalaa Harariitti dararamaa kan turan dhalattoonni Oromoo 42 guyyaa kaleessaa hidhaa irraa hiikkamuu odeeffannoon argame ni addeessa.

Namoonni duraan hidhaman 44 yoo tahan isaan 2 hidhaa irra osoo hin lakkifamin hafaniiru, sababaan hidhaa keessatti akka hafan godhameefis hanga ammaatti wanti beekame kan hin jirre tahuu maddeen gabaasaniiru.


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page