Search
Dhukaasa buufata Baaburaa Raashiyaatti mudateen lubbuun nama 10 baduu gabaafame.
- NuuralHudaa
- Apr 3, 2017
- 1 min read

Dhukaasa buufata Baaburaa Raashiyaatti mudateen lubbuun nama 10 baduu gabaafame.
Dhukaasa buufata Baaburaa magaalaa Petersburg jedhamutti uumameen yoo xiqqaate namoonni 10 kan du'an ta’uu miidiyaan Raashiyaa gabaasaniiru.
Pirezedaantiin Raashiyaa Viladmiir Puutiinis walgahiif gara magaalaa tanaatti kan dhufe jiru tahuus gabaafameera.
Comments