

Sa’udiin Teeknolojii ittisa qilleensaa Ruusiyaa irraa bituuf waligaltee mallatteessite.
Jilli mootummaa Sa’udii Malik Salmaaniin durfame gara Ruusiyaa imaluudhaan, qondaaltota Ruusiyaa waliin erga mari’atee booda, dhimmoota...


Ameerikaa fi Raashiyaan dhuukaasa Suuriya keessatti geggeessaa jiran dhaabuuf walii galan.
Jarman magaalaa Hambarg keessatti walgahiin garee biyyoota G20 jedhamuun beekkamanii kan geggeeffamaa jiru yoo tahu; guyyaa kaleessaa...


Haleellaa xiyyaaraa mootummaa Suuriyaa fi Raashiyaatiin raawwatameen , yoo diqqaate namoonni 12 ajje
Haleellaa xiyyaaraa mootummaa Suuriyaa fi Raashiyaatiin raawwatameen , yoo diqqaate namoonni 12 kan ajjeefamanii fi Hospitaalli naannawa...


Dhukaasa buufata Baaburaa Raashiyaatti mudateen lubbuun nama 10 baduu gabaafame.
Dhukaasa buufata Baaburaa Raashiyaatti mudateen lubbuun nama 10 baduu gabaafame. Dhukaasa buufata Baaburaa magaalaa Petersburg jedhamutti...


Ameerikaan dipilomaatonni Raashiyaa saa'aa 72 keessatti Ameerikaa lakkisanii akka bahan akeekkac
Ameerikaan Dipilomaatota Raashiyaa 35 biyyatti keessaa aariite akkasumas moonaawwan mootummaa Raashiyaa kan magaalaa Niwuyoork fi...


Ambaasaddarri Raashiyaa Turki keessatti argamu ajjeefame.
Ambaasaaddarri Raashiyaa Andree Kaarloov guyyaa hardhaa Turkii magaalaa Ankaraa keessatti odoo agarsiisa Egzibishinii daawwataa jiru...