Search
Balaa Xiyyaara Sudaan Kibbaa irra gaheen lubbuun Imaltoota 44 darbu gabaafame.
- NuuralHudaa
- Mar 20, 2017
- 1 min read

Balaa Xiyyaara Sudaan Kibbaa irra gaheen lubbuun Imaltoota 44 darbu gabaafame.
Xiyyaarri kun kan mootummaa Sudaan kibbaa yoo tahu, guyyaa hardhaa sa'aa muraasa dura imaltoota magaalaa guddoo Jubaa irraa fe'atee gara buufata Xiyyaara Wau jedhamutti imaluun eega gahee booda osoo qubataa jiruu gubatuun lubbuun namoota 44 darbu INDEPENDENT news gabaaseera.
Commentaires