top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Magaalaa Bulee Horaatti sagantaa Daa'waa guddaan geggeeffamaa akka jiru gabaafame.

  • NuuralHudaa
  • Mar 5, 2017
  • 1 min read

Naannoo Oromiyaa masjiida Kariima kan magaala Bulee Horaa ganda 03tti sagantaan daa'waa fi galii masjiidaa itti sassaaban guddaan geggeeffamaa jiraatuu odeeyfannoon argame ni addeessa.

Sagantaa guddaa kana irratti Ustaazonni adda addaa argamuun Daa'waa hawaasa muslimaa kan godhan yoo tahu, Ustaaz Haydar Khadiir waa'ee Beekumsa irraa, Ustaaz Muhammad Faraj waa'ee Tawhiidaa irraa akkasumas Ustaaz Bahruu Umar waa'ee Masjiidaa fi Tokkummaa irratti daa’waa bareeddu kan godhan tahuun gabafameera.

Odeeyfannoo walfakkaatuun naannoo Amaaraa magaalaa Libsoottis sagantaan Daa’waa guddaan geggeeffamaa akka jiru gabaafamee jira.

____________

Application NuuralHudaa download godhuuf Android https://goo.gl/Ieo7dv iPhone https://goo.gl/y7n0In iPad https://goo.gl/Yf9a8x

NuuralHudaa


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page