

Mooraan Masjiida Umar iddoo Bajaajonni dhaabbatanii fi itti suphaman godhame.
Mooraan Masjiida Umar kan Walloo Kibbaa magaalaa Kombolchaatti argamu iddoo Bajaajonni itti suphamanii fi dhaabbatan godhamuu...


Eega Labsiin yeroo muddamaa labsamerraa kaasee godina Arsii lixaa fi Arsii irraa namoonni 240 ol aj
Liigiin Mirga dhala nama gaanfa Afrikaa (The Human Right League of the Horn of Africa) guyyaa labsiin yeroo muddamaa labsame Fulbaana...


Weerarri Liyyuu Poolisii Naannoo Sumaalee godinaalee Oromiyaatti geggeeffamaa jiru cimee itti fufeer
Guyyaa hardhaa godina Gujii fi godina Booranaatti lolli guddaan geggeeffamaa ooluu odeeffannoon argame ni addeessa. Weerara Liyyuu...


Magaalaa Awwadaayiitti Majliisni Mootumama Madrasaa tokko cufuun gabaafame.
Guyyaa hardhaa Gurraandhala 6/2009 godina Harargee Bahaa Magaalaa Awwadaayiitti, hoggantoonni majliisa mootummaa Masjiida Siddiiq...


Manni Murtii Paaskitaan guyyaan jaalalaa ( Valentine's day) biyyattii keessatti akka hin kabaja
Manni Murtii olaanaan Paakistaan kan magaalaa Islamaabadiitti argamu guyyaa hardhaa ayyaana guyyaa jaalalaa (Valentine day) jechuun...


Obboleessi keenya Muslimaa Ahmad Jamaal hidhaa irraa hiikame.
ALHAMDULILLAAH Obboleessi Muslimaa Magaalaa Dasee irraa muslimoota galmee ajjeechaa Sheekh Nuuruu Yimaamiin yakkaman waliin hidhamuun...


Ustaaz Abubakr Ahmad Guyyaa Har’aa Masjiida Sheeh Hojaletti Sagantaa Daa’waa guddaa dhiheesse.
Ustaaz Abubakr Ahmad Guyyaa Har’aa Masjiida Sheeh Hojaletti Sagantaa Daa’waa guddaa dhiheesse. Bakka Ummata Muslimaa bu’uun, gaafii...


Waraanno Liyyuu Poolisii Manneen Barnoota Aanaa Baabbilee 11 akka cufaman godhe
Godina Harargee Bahaa Aanaa Baabbilee gandoota adda addaa keessaatti Adeemsi Baruu fi Barsiisuu guutumaatti kan dhaabbate tahuu...


Waraanni Liyyuu Poolisii Naannoo Sumaalee guyyaa hardhaa Araddaa Dararaa Arbaatti nama tokko ajjeesu
Ganama Hardhaa Aanaa Baabbilee araddaa Dararaa Arbaa jedhamutti waraanni Liyyuu Poolisii Naannoo Sumaalee nama tokko ajjeesuun, namni...


Mootummaan Xaaliyaan Amantaan Islaamaa akka biyyaalessaatti galmaa'uuf Imaamman Afaan Xaaliyaan
Amantaan Islaamaa Xaaliyaan keessatti sadarkaa biyyoolessaatti beekkumtiin akka kennamuuf jechuun hawaasni muslimaa kan gaafate ture yoo...