Search
Obboleessi keenya Muslimaa Ahmad Jamaal hidhaa irraa hiikame.
- NuuralHudaa
- Feb 13, 2017
- 1 min read

ALHAMDULILLAAH
Obboleessi Muslimaa Magaalaa Dasee irraa muslimoota galmee ajjeechaa Sheekh Nuuruu Yimaamiin yakkaman waliin hidhamuun adabbiin waggaa 3 fi ji'a 8 itti murteeyfamee ture Ahmad Jamaal Adabbii hidhaa itti murteeyfamee xumuruun guyyaa hardhaa mana hidhaa Qaalittii irraa hiikamuun beekame.
--------------------- NuuralHudaa
Comments