

Manni Murtii olaanaa Keeniyaa ajaja mootummaan Kaampii baqattoota Dhadhaab cufuuf baase kuffise.
Mootummaan Keeniyaa kanaan dura quubsuma baqattoota hedduu kan ta’e Kaampii Dhadhaab cufuuf ajaja baasee kan ture yoo tahu, Manni Murtii...


Mootummaan Suuriyaa lammiiwwan isaa 13,000 ol Mana hidhaa Saydnaya jedhamutti ajjeesuun gabaafame.
Gabaasa guyyaa hardhaa dhaabbanni Amnesty International irra bahe akka agarsiisutti, "Mootummaan Suuriyaa waggaa 5 keessatti namoota mana...


Sirna cidha hordoftoota Amantaa piroteestaanti irratti Qur'aanni ciramee bittinneeffame.
Sirna cidha hordoftoota Amantaa pirotestaantii kan magaalaa Adaamaatti geggeeffamaa ture tokko irratti fuulli Qur'aanaa hedduun ciramee...


Kaampaaniiwwan Ameerikaa 97 ol tahan ajaja Tiraamp kan morman tahuu ibsatan.
Kaampaaniiwwan teknolojii gurguddoon akka Google, Apple, Facebook, Twitter f walumaagalatti Kaampaaniiwwan 97 ol tahan ajaja ...


Mootummaan Kuweeti oduun biyyoonni muslimaa 5 akka Kuweeti hin seenne ugguramaniiru jettu dhara jedh
Ministeerri hajaa alaa Kuweeti Sabah Al Khaliid Al Sabah gaafii fi deebisaa Rooyteers waliin godhe irratti,"Oduun dhiheenya kana...


Manni Murtii Federaalaa Kutaa Waashingten uggura Tiraamp biyyoonni muslimaa 7 akka Ameerikaa hin see
Donald Traamp Pirezedaantii Ameerikaa tahuun filamee guyyoota muraasa keessatti imaammata Ameerikaa fi biyyoota Addunyaa addaan kutu...


Muslimoota lama irratti murtiin adabbii darbe.
Obboleeyyan Muslimaa Muhammad Agonafiirii fi Wabii Abraar jedhaman irratti manni murtii aangawoota siyaasaatiin hoogganamu guyyaa hardhaa...


Muummichi ministeera Chaad kan duraanii hoogganaa Gamtaa Afrikaa tahuun filame.
Walgahii hooggantoota gamtaa Afrikaa kan marsaa 28ffaaf magaalaa Finfinneetti geggeeffamaa jiru irratti bara 2003-2005 muummicha...


Muslimoonni Nezerlaand sodaa guddaa keessa jiraatuu ibsatan.
Nezerlaanditti Guyyaa hardhaa masjiidonni gurguddoon afur eega muslimoonni 6 guyyaa hardhaa Kanaadaa magaalaa Kuubeekitti masjiida...


Namoonni balaa abiddaa mana hidhaa Qilinxootti ka'een walqabatee himataman mana murtii dhihaatan
Balaa abiddaa mana hidhaa Qilinxootti ka'een walqabatee namoota 121 tahan irratti abbaan alangaa himannaa banuun ni yaadatama. Namoonni...