

Muslimoonni Shan Masjiida keessatti dhukaasa itti banameen ajjeefaman.
Kaanaadaa Magaalaa Kuubeek keessatti kan argamu, Masjiida dhaabbata Wiirtuu Islaamaa keessaatti dhukaasa banameen haga ammatti lubbuun...


Muslimoonni naannoo Tigraayi irraa hidhaman Gurraandhala 13/2009 beellamaman.
Ulamaa'onni fi Ustaazonni naannoo Tigraayi aanaa Azeeboo iddoo Kukuftoo jedhamu irraa isin Wahaabiyya jechuun himatamanii mana hidhaa...


Wirtuun muslimoota Viktooriyaa abiddaan gubate.
Ameerikaa magaalaa Viktoriyaatti kan argamu Wirtuun muslimoota Viktoriyaa (Islamic center of Victoria) guyyaa hardhaa balaa abiddaatiin...


Muslimoonni galmee Abdullaah Aliyyuu fi galmee dargaggoo Alamuudii jalatti himataman mana murtii dhi
Muslimoonni Aalima guddaa Sheekh Jeyilaan Aadaanoo wajjiin galmee Abdullaah Aliyyuu jalatti himataman 5 fi muslimoonni galmee Nabiyyuu...


SEENAA AJAA'IBAA
: SEENAA AJAA'IBAA © Xaalibu Ridallaah ________ Namtichi Awaamaa kan Jireenya Rabbii mormu tokkotu ture. Yeroo tokko Xayyaara Keessatti...


Muslimoota magaalaa Dasee irraa yakka dharaa ajjeechaa sheekh Nuuruu yimaamiitiin himataman, Maqaa i
Muslimoota Magaalaa Dasee irraa yakka dharaa ajjeechaa Sheekh Nuuruu Yimaamiin himataman irratti adabbiin hidhaa murteeyfamuu isiniif...


Muslimoota Magaalaa Dasee irraa ajjeechaa Sheekh Nuuruu Yimaamiitiif yakkaman irratti adabbiin murte
Obboleeyyan Muslimaa galmee kana jalatti himatamuun waggaa 3f hidhaan dararamaaa jiran 13 irratti manni murtii hoogantoota siyaasaatiin...


Muslimoonni magaalaa Dasee irraa ajjeechaa Sheekh Nuuruu Yimaamiitiif himataman, guyyaa boruu mana m
Obboleeyyan Muslimaa magaalaa Dasee irraa waggaa 3 dura yakka dharaa Sheekh Nuuruu Yimaam ajjeestan jechuun himatamanii dararamaa turan, ...


Ustaazni Masjiida Arab Gandaatti Qur'aana qaraasisaa turan akka hin qaraasisne dhoorkame.
Duulli sheekhotiif ustaazonni akka masjiida hin tajaajille dhoorkuu ammas cimee itti fufeera. Masjiida Araba Gandaa kan naannoo Amaaraa...


Obboleessa Muslimaa Umar Husseen irratti dararaan cimaan raawwatamaa jiraatuun beekame.
Yakka dharaa Sheekh Nuuruu Yimaam ajjeeste jedhuun muslimoota magaalaa Dasee waliin kan himatame Umar Husseen ammas namoota balaa...