Muslimoota magaalaa Dasee irraa yakka dharaa ajjeechaa sheekh Nuuruu yimaamiitiin himataman, Maqaa i
- NuuralHudaa
- Jan 26, 2017
- 1 min read

Muslimoota Magaalaa Dasee irraa yakka dharaa ajjeechaa Sheekh Nuuruu Yimaamiin himataman irratti adabbiin hidhaa murteeyfamuu isiniif gabaasnee turre, muslimoonni kunniin 14 yoo tahan. Maqaa fi adabbiin isaan irratti darbe immoo
1.Ahmad Idriis Gabayyoo - hidhaa waggaa 15 2.Anwaar Umar Sayid- hidhaa waggaa 12 3.Saalii Muhammad Abduu-hidhaa waggaa 15 4.Sheekh Aadam Araagawu-hidhaa waggaa 15 5. Abdurahmaan Isheetuu Muhammad-hidhaa waggaa 6 6.Ibraahim Muhee Imaam-hidhaa waggaa 14 7.Umar Huseen Ahmad-hidhaa waggaa 6 8.Yimaar Huseen Mollaa-hidhaa waggaa 16 9. Ismaa'il Hasan Yimaar-hidhaa waggaa 5 10.Kamaal Huseen Ahmad-hidhaa waggaa 14 11. Abduu Hasan Ahmad-hidhaa waggaa 6 12. Ahmad Jamaal Sayid hidhaa waggaa 3 fi ji'a 8 13.Muhammad Yuusuf Muhammadii-hidhaa waggaa 4 kan itti murteeyfame tahuu beekameera.
Comments