

Biyyoonni Addunyaa Israa'eelii fi Falisxiin akeekkachiisan.
Kora alhada kaleessaa waa'ee nageenya biyyoota baha jiddu galeessaa irratti mari’atuuf magaalaa Paaris keessatti geggeeffamaa oole...


Duulli dhiiga gumaachuu bifa bareedaan geggeeffamaa jira.
Duulli dhiiga gumaachuu mataduree dhiiga gumaachuun lubbuu nama tokkoo hambisuu jedhuun dhaabbata dhuunfaa Mustaqbaliin jalqabame guyyaa...


Galaana Meediteraaniyaa irratti Baqattoonni 5 du'uun 750 kan tahan ammoo baraaraman
Baqattoonni 755 tahan dooniiwwan 6 irratti fe'amanii Liibiyaa irraa gara daangaa Xaaliyaaniitti galaana Meediteraaniyaa irraan...


Waraanni Liyyuu Poolisii naannoo Sumaalee daangaa Oromiyaa seenuun namoota hedduu kan ajjeese fi mad
Naannoo Oromiyaa aanaa Nageellee Booranaa iddoo Addeessa jedhamutti guyyaa kaleessaa irraa jalqabee ummata naannoo Oromiyaa fi waraana...


Ameerikaan Qoqqobbii diinagdee waggaa 20 dura Suudaan irra keessee turte kan irraa kaastu tahuu ibsi
Ameerikaan waggaa 20 dura shororkeesitoota deeggarti jechuun Mootummaa Suudaan irra qoqqobbii diinagdee fi daldalaa keessee turte....


Gaazexeessituu baqataa Suuriyaa miila isaa sakaaluun kuffifte irratti adabbiin hidhaa waggaa 3 murte
Ogeettiin Kaameraa lammii Hangaarii kan taate Petra Laszlo jedhamtu bara 2015 ji'a fulbaanaa keessa viidiyoon baqataa Suuriyaa umrii 52...


Suuriyaan Israa'eel akeekkachiiste.
Buufata Xiyyaara Raayyaa waraanaa biyyattii Maziih jedhamu kan magaalaa guddittii Suuriyaa Damashqiitti argamu irratti haleellaan...


Duraan baqataa Sumaaliyaa kan ture amma Ministeera Dhimma godaansaa Kanaadaa tahuun muudame.
Muummichi ministeera Kanaadaa Justin Trudeau baqataa dhalootaan Sumaaliyaa kan amma lammummaa Kanaadaa qabu Ahmad Husseen ministeera...


Magaalaa Goondaritti namni tokko ajjeefamee, namoonni 19 miidhaman.
Boombii naannoo Amaaraa magaalaa Goondaritti kaleessa galgala hoteela keessatti darbameen lubbuun nama tokko kan dabree fi yoo xiqqaate...


Haleellaa boombii Afghaanstaan keessatti raawwatameen diplomaatonni Dubaay( UAE) 5 ajjeefaman.
Haleellaa guyyaa kaleessaa Afghaanistaan magaalaa Kandahar keessatti raawwatameen lubbuun namoota 11 kan darbe yoo tahu, namoota kanniin...