

Maatii Muslimaa ijoollee isaanii dhiiraa wajjiin bishaan daakuu dhoorkan irratti badiin murame
Addunyaan qajeela Islaamummaa irratti waraana eega bantee turtee jirti. Keessattuu warri Awrooppaa islaamummaa balleessuu dalagaa...


Torbee tokko keessatti Muslimoonni Burmaa 22,000 ol tahan biyya isaanii lakkisanii Baangilaadishitti
Tarkaanfii waraanni biyyattii ji'a 3 dura lammiiwwan Miyaamar irratti fudhatee walqabatee lammiiwwan 65,000 ol tahan kutaa Rakhiini irraa...


Ibsi Mootummaa Kooriyaa kaabaa irraa kenname addunyaa yaaddessee jira.
Mootummaan Kooriyaa kaabaa guyyaa kaleessaa Misaayila guddicha Intercontinental ballistic missile (ICBM) Jedhamu yeroo barbaaddee fi...


Mootummaan Itiyoophiyaa aangawoota irratti tarkaanfiin fudhatamaa jira jedha.
Muummicha ministeeraa Obboo Haylamaariyaam Dassaalenyi guyyaa hardhaa dhimma siyaasaa fi diinagdee ilaalchisee gaazexeessitoota...


Aalimni guddaan biyya Keenyaa Sheekh Aadam Tuulaa guyyaa hardhaa barattoota Yuunivarsitii Haramayaa
Aalimni guddaan biyya Keenyaa Sheekh Aadam Tuulaa guyyaa hardhaa barattoota Yuunivarsitii Haramayaa Ziyaaruun, gorsa bareedaa barattootaa...


Mootummaan Turkii ammas namoota fonqolcha ji'a Adoolessaa keessa yaalameen walitti hidhata qabu
Fonqolcha waggaa darbe mootummaa Turkii irratti yaalamee fashalaa'een wal qabatee namoota harka keessaa qaban jedhamanii shakkaman 6000...


Muslimoonni galmee Eeliyaas Khadiir jalatti himatamuun mana hidhaa Ziwaayiitti dararamaa turanis hid
Obboleessi muslimaa galmeen kun maqaa isaatiin waamamu Eeliyaas Khadiir guyyaa hardhaa lakkifamuu isiiniif gabaasuun keenya ni yaadatama....


Eeliyaas Khadiir hidhaa irra hiikkame.
Muslimoota magaalaa Finfinnee fi Walqixxee irraa himannaa dharaatiin himatamuun hidhaman jidduu dararamaa kan ture Obboleessi keenya...


Masjiidni 299 tahu hidhattoota Husiitiin barbadaa'e.
Waraana bara 2015 keessa mootummaa Yaman fonqolchuuf jalqabame irratti masjiidonni 299 gahan humna waraana hidhattoota Husii( hordoftoota...


Godina jimmaa Aanaa Sigmootti guyyaa kaleessaa kamisa muddee 27/2009 hawaasni magalaa sigmoo woltii
Godina jimmaa Aanaa Sigmootti guyyaa kaleessaa kamisa muddee 27/2009 hawaasni magalaa sigmoo woltii qabamuudhaan Sagantaa du'aa'ii godhaa...