

Namoonni 130 tahan yakka malaanmaltummaatiin shakkamanii hidhamuun beekame.
Namoonni 130 tahan yakka malaanmaltummaatiin shakkamanii hidhamuun beekame. Namoota kana jidduu aangawoonni mootummaatis jiraatu...


Balaa Konkolaataa guyyaa kaleessaa mudateen namoonni 18 du'an.
Balaa konkolaataa guyyaa kaleessaa Harargee bahaa aanaa Meettaatti mudateen lubbuun namoota 18 kan darbee fi namoota 31 irratti miidhaan...


Ameerikaan dipilomaatonni Raashiyaa saa'aa 72 keessatti Ameerikaa lakkisanii akka bahan akeekkac
Ameerikaan Dipilomaatota Raashiyaa 35 biyyatti keessaa aariite akkasumas moonaawwan mootummaa Raashiyaa kan magaalaa Niwuyoork fi...


Innaa Lillaah Wa Innaa Ileeyhi Raaji'uun.
Sheekh Hassan Abdallaah addunyaa tanarraa godaanan. Sheekh Hassan biyyoota adda addaa baqattummaan iddoo jiraataa turanitti lammiiwwan...


Muslimoonni magaalaa Harbuu ,Dangilaa fi Mer'awii irraa hidhaman gara Kaampii waraanaa Birshele
Muslimoonni kunniin ji'a tokko dura naannoo Amaaraa gara magaalaa Garbaa fi Dagaaniitti Ziyaaraaf osoo imalaa jiranii waraana mootummaan...


Muslimoonni naannoo Tigraayi irraa hidhaman ammas Amajjii 18/2009 beellamaman.
Muslimoonni kunniin naannoo Tigraayi aanaa Raayyaa Azabootti iddoo Kukuftoo jedhamtu irraa qabamanii mana hidhaa Maayicawu jedhamutti...


Xiyyaarri Ruusiyaa kan nama 92 fe'ee gara Suuriyaa imalaa ture galaana keessatti kufe.
Xiyyaarri waraana kan namoota 92 fe'atee Suuriyaa magaalaa Sadiqaa jedhamtutti osoo imalaa jiruu galaana gurraacha (Black Sea) keessatti...


Israa'el deeggarsa mallaqaa dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniif gootu kan dhaabdu tahuu ibsite.
Muummichi Ministeeraa Israa’el Biiniyaamin Neetaaniyaahu murtii jimaata manni maree Mootummoota gamtoomanii guyyaa dhimma qubsuma...


Godina Walloo aanaa Baateetti waraanni mootummaa ummata cinqaa jira.
Galgala hardhaa godina Walloo aanaa Baatee ganda 04 qurquraa( habilee) jedhamutti Poolisiin Ahmad jedhamu tokko nama hin beekamneen...


Namoota fincila guutuu biyyattiitti ka’een walqabatee magaalaa Harar irraa hidhaman jidduu namoonni
Mootummaan lammiiwwan kumaatamaan lakkaa’aman guutuu biyyaatti naannoo adda addaa irraa ukkaamsuun eega dararaa turee booda namoota...