

Naannoo Oromiyaa godinaalee adda addaatti hidhaa fi dararaan cimaan geggeeffamaa jira.
Iddoowwan adda addaatti waraanni mootummaa maatiiwwan kanaan dura sababa fincila naannoo Oromiyaatti ka’eetiin namni irraa ajjeefame...


Kitaabni Seenaa Sahaabotaa irratti hundaa'uun qophaa'e maxxanfame.
Kitaabni kun Sheekh Tamaam Qaasim Muhammadiin ba kan barrefame yoo tahu kanaan duras kitaaba seenaa Ergamaa Rabbii ﷺ kan Afaan Arabaatiin...


Itiyoophiyaan biyyoota gaazexeessitoonni itti hidhaman jidduu tokko tahuu ibsame.
Dhaabbanni mirga gaazexeessitootaaf falmu CPJ'n Itiyoophiyaan biyyoota mirgi gaazexessitootaa sarbuu fi hidhuun beekaman jidduu tokko...


Muslimoonni magaalaa Finfinnee fi Walqixxee irraa himatamanii hidhaa irratti argaman guyyaa boruu ma
Muslimoonni kunniin galmee Eeliyaas Khadiir jalatti himatamuun abbaan alangaa ragaa dharaa eega irratti dhiheesseen booda manni murtii...


Mootummaan duula barattoota Muslimaa barnoota Idilee irraa fageessu geggeessaa jira
Mootummaan akkuma kanaan dura barattoota muslimaa qajeelfama adda addaa baasuudhaan barnoota irra ari'aa ture, ammas seekulariziimii...


Hidhaa fi Dararaan naannoo Oromiyaatti cimee itti fufeera.
Godina Jimmaa Magaalaa Asaandabootti waraanni mootummaa dargaggoota hedduu ukkaamsuun kan hidhee fi ammas hidhuuf kan adamsaa jiru tahuu...


Muslimoota galmee Amaan Asaffaa jalatti himataman ol iyyannoon isaan mana murtii olaanatti dhiheeffa
Muslimoota kanniin irratti manni murtii himannaa dharaa isaan irratti dhiyaateef murtii badii dabarsee ture, muslimoonni kunniinis murtee...


Obboleeyyan Muslimaa magaalaa Finfinnee fi Jimma irraa ukkaamfaman ammas Muddee 12 beellamaman.
Muslimoonni kunniin magaalaa Finfinnee fi Jimmaa irraa waraana mootummaan ukkaamfamanii eea hidhamanii booda, himannaa isaan irratti...


Muslimoonni galmee Ahmed Idiriis jalatti himataman guyyaa boruu mana murtii ni dhiyaatu jedhamee ee
Muslimoonni kunniin magaalaa Dasee irraa waggaa 3 dura yakka dharaa Sheekh Nuuruu Yimaam ajjeestanii jirtu fi mootummaa Islaamaa biyyatti...


Jibbaa fi cunqursaan muslimoota Ameerikaa irratti geggeeffamu cimee itti fufeera.
Kamisa darbe Magaalaa Jaakseen Heyiit(Jackson Heights) jedhamtutti namni Abdurrahman jedhamu kan lammii Baangilaadish namoota sadiin...