

Muslimoota galmee Khadiir Muhaammad jalatti himataman irratti murtiin kenname
Muslimoonni galmee kana jalatti himataman walumaagalatti 19 gaazexeessaa Darseema Sorii fi Khaalid Muhammad asuma jalaatti himatamanii...


Muslimoonni galmee Khadiir Muhammadii fi Nabiyyuu Siraaj jalatti himataman guyyaa boruu mana murtii
Beellama guyyaa boruutti yakka dharaa abbaan Alangaa isaan irratti baneef murtii bilisaa ykn badii raawwattan jedhamaniif ragaa ittisaa...


Yuunivarsiitii Wallootti barattoonni muslimaa dararamaa jiru.
Hooggantoonni Majliisa naannoo Amaaraa amantaa Ahbaash naannicha keessatti babaldhisuuf duula cimaa geggeessaa jiraatuu odeeffannoon...


Hoogganaan KFO hidhame
Hooggannaan paartii siyaasaa Kongiressii Federaalistii Oromoo kan tahe Doktor Mararaa Guddinaa garee Komaand Poostiin kan too’annaa jala...


Muslimoonni galmee Eliyaas Khadiir Jalatti himataman ammas Sadaasa 30 beellamaman.
Muslimoonni galmee Eeliyaas khadiir jalatti magaalaa Finfinnee fi Walqixxee irraa himatamuun dararamaa jiran, guyyaa hardhaa Mana...


Ummanni Muslimaa Magaala Al Quds (Jarusalam) eeguu qaba
Simpooziyamii Paarlaamaa Magaalaa Istaanbul keessatti qophaahe irratti Preezidaantiin Turk Rajab Xayib Ergdogaan akkana jedhe “Muslima...


Naannoo Tigraayiitti Ahbashonni qabeenyaa hawaasa muslimaa Saamuun beekame.
Godina Kibba Tigraayi naannawa hawaasni muslimaa heddumminaan itti argamu aanaa Hukuftoo jedhamutti mallaqa hawaasni muslima aanicha...


Godina Arsii keessatti hidhaan itti fufeera.
Sababa magaalaa boqqojjiitti waraanni Federaalaa tokko ajjeefameef magaalaa Sagureetti dararaan cimaan ummata irratti raawwatamaa...


Qeesiin Yahuudaa, Ibiddi Israa’elitti qabate Abaarsa Rabbiiti jedhe
Ibiddi Israa’elitti qabatee jiru guyyaa 6ffaa keessa akka jiru odeeyfannoon maddeen garagaraa ni addeessa, har’as Ibiddi kun hin...


Mootummaan ummata Oromoo ukkaamsuu itti fufee jira.
Guyyaa labsiin yeroo muddamaa labsame irraa eegalee cunqursaan, ajjeechaa fi hidhaan ummata Oromoo irratti raawwatamu daran dabalaa...