

Isra'eel Balaa Abiddaatiin dhahamaa jirti.
Balaan Abiddaa torbaan kana keessa Isra'eelitti ka’e kutaa biyyattii adda addaatti babaldhataa jira. Balaan Abiddaa bubbeen walmake...


Waajjirri Bulchiinsaa fi Nageenyaa leenjii waraanaa fudhatuu qabdu jechuun ummata dirqisiisaa jira.
Godina Harargee Bahaa Aanaa Midhagaa Tolaatti kamisa hardhaa waajjiirri Bulchiinsaa fi nageenyaa aanichaa gandoota adda addaa irraa qote...


Balaa abiddaa mana hidhaa Qilinxootti ka’eef sababni isin jechuudhaan hidhamtoota 18 irratti himanna
Abidda mana hidhaa Qilinxootti ka’ee tureen hidhamtoota gara mana hidhaa Shawaa Roobiitiitti geeffamanii turan balaa abiddaa kana nutu...


Yaaliin Masjiida Gubuuf godhame fashalaa'e.
Naannoo Amaaraa magaalaa Mashaa Maqdaalaatti juma'aa dabre salaata Ishaa'ii booda masjiida guddicha Rahmaan kan magaalatti keessatti...


Hidhamtoonni Muslimaa mana hidhaa Shawaa Roobiitiitti dararamaa turan gara Qilinxootti jijjiiraman.
Balaa Abidda mana hidhaa Qilinxootti ka’ee tureen hidhamtoota muslimaa mana hidhaa san turan gara manneen hidhaa adda addaatti kan...


Torbee darbe qofa keessa baqattoonni 360 ol galaana Meediteraaniyaatiin Nyaatamuu ibsame.
Torbee dabre keessa dooniiwwan 6 galaana Meediteraaniyaatiin liqimfamuun baqattoonni 360 ol tahan kan du'an tahuu dhaabbanni baqattoota...


Muslimoota galmee Muhammad Aggonaafir jalatti himataman irratti murtii badii dabarfame.
Mootummaan duula muslimoota badii tokkoon alatti hidhuun himannaa yakka shororkeessummaa itti banuun adabuu cimsee itti fufeera....


Barattoonni Muslimaa sababaa Hijaaba Dhoorkamaniif barnoota lakkisanii turan rifeensa qofa dhoksuun
Mana baruumsaa sadarkaa lammaffaa Sandaafaatti barattoonni muslimaa hijaaba uffatanii baratuu sababaa dhoorkamaniif barnoota isaanii...


Ameerikaa kutaa bulchiinsa Joorjiyaa keessatti seerri Niqaaba dhoowwu tumamuuf.
Ameerikaa keessatti jibbaan Islaamummaa irratti godhamu guyyaa irra guyyatti dabalaa dhufe. Pirezidaantii Ameerikaa tahuun kan filame...


Mootummaan ummanni walgahii akka bahu dirqisiisaa jira.
Godina Harargee bahaa aanaa Midhaagaa Tolaa fi Naannawa isiitti mootummaan waraana milishaa ajajuun ummanni dirqamaan walgahii akka bahu...