

Muslimoonni galmee Khadiir Muhammadii fi Nabiyyuu Siraaj jalatti himataman mana murtii dhihaatan.
Muslimoonni kunniin seera farra Shororkeessummaa keeyyata 652/2001 baheen yakka koree furmaata barbaaddu hawaasa muslimaa humnaan...


Mootummaan Biyya hindii, dhaabbata hayyuu keenya guddaa Dr. Zaakir Naayikiin bu’uurfame IRF, (Islami
Dhaabbanni kun Aalima guddaa Addunyaa kan tahe Dr Zaakir Naayikiin hundeeffamee, waggoota dheeraaf tooftaa adda addaatti fayyadamuun...


Hidhaa fi dhiibbaan namoota dhalootaan Oromoo tahan kan naannoo Hararii keessa jiraatan irratti godh
Waraanni Mootummaa naannoo Hararii magaalaa Harar keessatti ayyaana sabaa fi Sablamootaa kan sadarkaa Federaalaatti sadaasa 29/2009...


Barattoonni Shamarranii Hijaaba akka hin uffanne dhoorkaman.
Mana Baruumsa sadarkaa 2ffaa magaalaa Sandaafaatti barattoonni muslimaa hijaaba uffatanii moonaa mana baruumsaa akka hin seenne kan...


Manni Murtii Misraa Murtii Du'aa Pirezidaantii Biyyatti Muhammad Mursii irratti dabarse ture irr
Pirezidaantii Misraa kan yeroo jalqabaatiif filannoo Dimokraatawaan filame Dr Muhammad Mursii humni waraanaa angoo irraa fonqolchuun eega...


Mootummaan lammiiwwan 11,607 hidhamanii jiru jedha.
Mootummaan fincila guutuu biyyattiitti ummanni itti kaaseef labsii yeroo muddamaa labsuun kutaa biyyattii adda addaa irraa lammiiwwan...


Muslimoota 7 irratti Adabbiin hidhaa murteeyfame.
Muslimoonni kunniin galmee Muhammad Abdullaahi jalatti miseensa garee Alshabaab irraa magaalaa Muqadishootti leenjii waraanaa fudhatuun...


Waraanni Mootummaa Kaabinoota OPDO hidhaa jira.
Waraanni Mootummaa Kaabinoota OPDO hidhaa jira. Godina Baalee Aanaa Gindhiir magaalaa Gindhiiritti kaabinoonni mootummaa 4 guyyaa...


Muslimoonni Galmee Khadiir Idriis jalatti himataman mana murtii dhihaatan.
Muslimoonni kanniin mootummaan magaalaa Daseetti ofii Sheekh Nuuruu Yimaam ajjeesuun isintu ajjeese jechuun himannaa itti banee waggaa 4...


Intaltii Muslimaa kan Paartii Dimokraat bakka bu'uun dorgomte Injifatte.
Filannoo Ameerikaa ka guyyaa kaleessaa jalqabee geggeeffamaa ture, kaadhimamaan paartii Rippaablikaanii kan tahe Doonaald Traamp...