

Baqattoonni 239 tahan galaana mediteraaniyaatiin nyaataman.
Baqattoonni kunniin biyyoota adda addaa irraa jiruu isaanii fooyyeffachuu fi dhiibbaa mootummoonni abbaa irree isaan irra geessan jalaa...


Sagantaa Eebba Kitaabaa magaalaa Xaa'ifitti.
Kitaabni Aalima Keenya guddaa Sheekh Muhammad Haamiddiin kan INTISHAARUL ISLAAM FIL HABASHAA jedhu Sa'uud Arabiyaa Magaalaa Xaa'ifiitti...


Mootummaan ummata ukkaamsuu cimsee itti fufeera.
Godina Booraana aanaa Bulee Horaa gandoota adda addaa irraa waraanni mootummaa guyyaa hardhaa ummata konkolaataa lama guutuu, akkasumas...


Muummichi ministeeraa ministeerota haarawaa muuduuf kaadhimamtoota isaa mana marii bakka bu'oot
Mootummaan yeroo cinqaa keessa seenu akkuma duraan godha ture ammas ministeerota iddoo isaanii jijjiiraa jira. Ammas yeroo daddaaqaa jiru...


Barattoonni dhukkuba Koleeraatiin du'aaf saaxilamaa jiru.
Yuunivarsitii Jijjiigaa kan mootummaa naannoo Sumaaleetti argamuutti barattoonni dhukkubaa koleeraan du'aa jiraaatu odeeffannoon argame...


Faransaay Keessatti Jibbaan Islaamummaa daran jabaachutti jira.
Nikolaas Saarkooziin Amma dura prezdaantii Faransaay ture. eega aangoo irraa bu'ee boodas lammata filamuudhaaf duula na filadhaa eegalee...


Waraanni mootummaa dargaggoota ukkaamsuu cimsee itti fufee jira.
Godina Arsii bahaa aanaa Xannaa ganda Karrayyuu Harzuunaa irraa halkan edaa naannoo sa'aa 9:00 waraanni mootummaa dargaggoota hedduu...


Godina Arsii bahaa Aanaa Amiinyaa gandoota adda addaa irraa dargaggoonni Ukkamfamaa jiru.
Waraanni mootummaa hidhaafi dararaa ummata irratti raawwatuu daran cimsee itti fufee jira. Godinoota Oromiyaa adda addaa keessatti guyyaa...


Mootummaan Ityoophiyaa Poolisoota Keeniyaa 5 hidhe.
Poolisoonni Ityoophiyaa hoogganaa mana hidhaa Ilreet kan tahe Chief Inspector Christopher Nalianya fi miseensota Poolisii Marsabeet 5...


Ulamaa'onnii fi Ustaazonni naannoo Tigraayi irraa yakkamanii hidhaa irratti argaman Sadaasa 14/2
Mootummaan akkuma naannoo adda addaatti hawaasa muslimaa dararaa jiru, naannoo Tigraayiitis Ulamaa'ota dararaa jira. Godina Raayyaa...