Search
Sagantaa Eebba Kitaabaa magaalaa Xaa'ifitti.
- NuuralHudaa
- Nov 3, 2016
- 1 min read

Kitaabni Aalima Keenya guddaa Sheekh Muhammad Haamiddiin kan INTISHAARUL ISLAAM FIL HABASHAA jedhu Sa'uud Arabiyaa Magaalaa Xaa'ifiitti jimaata boruu Safar 4/1438 hijra ykn November 4/2016 milaadii salaata Juma'aa booda Wirtuu Da'awaa Aziiziyaa kan magaalaa Xaa'ifitti argamutti eebbifama.
Sagantaa Eebba kitaabaa kana irratti ulamaa'onnii fi Mashaayiikoonni argamuun kitaabicha irraa ibsa ni kennu.
Odeeffannoo dabalataaf lakkoofsa bilbilaa 0506713839 irratti bilbiluun gaafatuu ni dandeessu.
Comments