

Baqattoonni biyya keenyaa kan biyya Faransaayi jiran rakkoo cimaa keessa jiru.
Mootummaan Faransaayii kaampii baqattoonni biyya adda addaa waggoota dheeraaf keessa jiraataa turan Mooraa Kalayii Jangiili( calais...


Odeeffannoo haarawa
Daa'ii beekamoo godina Arsii bahaa magaalaa Saaguree kan tahan Sheekh Eliyaas, sabtii dabre waraanni mootummaa kan hidhee ture tahuu...


Waraanni mootummaa godina Arsii Aanaa Digaluufi Xiijoo keessatti ummata dararutti jira.
Guyyaa hardhaa magaalaa Sagureetti Waraanni mootummaa fi Kaabinoonni mootummaa kophee dhoqqee qabuun masjiida seenuun ummata darsii...


Godina Arsii aanaa Xannaatti hoogantoonni OPDO duula amantaa fi amantaa walitti buusuu geggeessaa ji
Mootummaan akkuma kanaan duraa godhaa ture iddoo adda addaatti fincila ummanni itti kaase kaalattii birootti jijjiiruun hordoftoota...


Ahbaashonni Magaalaa Kombolchaatti hiriira Deeggarsa mootummaaf qaban itti ibsatan geggeessan.
Mootummaan fincila guutuu biyyatiitti ka'e sababeeffatuun labsii yeroo muddamaa labsuun beekamaadha. Labsii kana jalatti mirgoonni adda...


Magaalaa Shaashaamanneetti Imaamman Masjiidaa hidhamaa jiran.
Magaalaa Shaashaamanneetti Imaamman Masjiidaa hidhamaa jiran. Guyyaa hardhaa Imaama masjiida Al iimaanii fi hogganaa Madrasaa Al iimaan...


Intarneeta cufuun, odeeyfannoo dhoysuu caalaa diinagdee biyyattii miidhutti jira.
Gaazeexaan Quartz Africa jedhamu gabaasa guyyaa kaleessaa dhiheesse irratti "Qorannoon labsii mootummaan Ityoophiyaa labse irratti...


Waraanni Itiyoophiyaa daangaa Keeniyaa Qaxxaamure
Akka websaayitiin keeniyaa TUKO jedhamu ibsetti, waraanni Mootummaa Itiyoophiyaa guyyaa Alhada daangaa Keeniyaa qaxxaamuruudhaan naannoo...


Magaalaa Adaamaatti waraanni mootummaa ummata irratti saamicha geeggeessaa jiraatuun beekame
Guyyaa hardhaa magaalaa Adaamaatti waraanni mootummaa manneen irra deemuun dish hiikkataa jira jechuun jiraataan magaalaa sanii nuuf...


Aanaa Adaabbatti waraanni mootummaa ummata ukkaamsuu itti fufee jira.
Aanaa Adaabbaa magaalaa haqootti waraanni mootummaa dargaggoota magaalatti keessatti argaman adamsaa jira jechuu maddeen keenna naannawa...