top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Intaltii Muslimaa kan Paartii Dimokraat bakka bu'uun dorgomte Injifatte.

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Nov 9, 2016
  • 1 min read


Filannoo Ameerikaa ka guyyaa kaleessaa jalqabee geggeeffamaa ture, kaadhimamaan paartii Rippaablikaanii kan tahe Doonaald Traamp injifatuu isiniif gabaasne turre.


Filannoo kan keessatti immoo Kutaalee Ameerikaa cufa keessatti warri Seneetii Ameerikaa tahanilleen kan dorgoman yoo tahu, Intalti Muslimaa kan Paartii Dimokraat bakka bu'uun kutaa Miniyaapoolisiitti dorgomte Ilhaan Umar injifatuun dubartii muslimaa kan jalqabaa Seeneetii Ameerikaatiif filatamte taate.


Ilhaan dhalootaan nama Somaaliyaa yoo taatu, yeroo biyya Somaaliyaa keessa waraanni cimaan turetti maatii isii waliin gara Keeniyaatti baqatuun waggaa 4 egaa turte booda biyya 3ffaa kolgaltumaa gaafatuun Ameerikaa qubatte.


Intaltii tun amma Seeneetii(miseensa qaama olaanaa seeraa biyya Ameerikaa tumu) tahuun filaamte jirti.


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page