top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Manni Murtii Misraa Murtii Du'aa Pirezidaantii Biyyatti Muhammad Mursii irratti dabarse ture irr

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Nov 15, 2016
  • 1 min read


Pirezidaantii Misraa kan yeroo jalqabaatiif filannoo Dimokraatawaan filame Dr Muhammad Mursii humni waraanaa angoo irraa fonqolchuun eega angoo qabaate booda manni murtii misraa piezidaantii filannoo dimokraatawaan filame kana irratti adabbii murtii du'aa dabarsee ture ammas deebisee kan irraa kaase tahu beeksiseera.


Pirezidaanti Muhammad Mursiin karaa Dimokraatawaan ummanni filatee waggaa tokko qofa erga tajaajilee booda humna waraanaatiin ji'a Adoolessaa 2013 angoo irraa fonqolchame.


Mootummaan Abbaa Irree misraa dhaaba isaa Muslim Brotherhood ugguruun, sochii kanaanis deeggartoonni partii kanaa fi gareewwan biro kan kumaatamaan lakkaa'aman hidhamaniiru.


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page