

CPJ'n gaazexeessitoota Muslimaa ilaalchisee ibsa baase.
Dhaabbanni mirga gaazexeessitootaaf falmu CPJ'n adeemsa mana murtii gaazexeessaa Darseema Sorii fi Khaliid Muhammad ilaalchisee guyyaa...


Mootummaan ammas karoora maastar Pilaanii magaalaa finfinnee bifa addaatiin hojii irra oolchuuf soch
Karoorri duraanii kan magaalaa Finfinnee fi magaalota godina addaa Oromiyaa of jalatti hammate yoo tahu, karoorri kun qabsoo ummanni...


Donald Tiraamp karoorri muslimootni akka Ameerikaa hin seenne ugguruuf baafadhe sirriidha jedha.
Pirezedaantii Ameerikaa tahuun kan filame Doonald Tiraamp ibsa guyyaa kaleessatti miidiyaaleef kenne irratti "Karoorri an muslimoota...


Intalti muslimaa Pirezedaantii Jarman harka fuudhuu didde.
Pirezedaantii Jarman odoo mana baruumsa baqattootaa haala keessa jiran daawwannatti jiruu barattoota harka fuudhu jalqabe, Intala...


Muslimoonni Sadih osoo salaataa jiran Meeshaa waraanaan rukutaman
Balaa Biyya Swiizarlaand Magaalaa Zuurik keessatti mudate namni irraa dubbate muraasa. Magaalaa kanatti namichi tokko meeshaa waraanaa...


Ambaasaddarri Raashiyaa Turki keessatti argamu ajjeefame.
Ambaasaaddarri Raashiyaa Andree Kaarloov guyyaa hardhaa Turkii magaalaa Ankaraa keessatti odoo agarsiisa Egzibishinii daawwataa jiru...


Muslimoonni galmee Eeliyaas Khadiir jalatti himataman guyyaa hardhaatis hanga ammatti hidhaa irraa k
Manni Murtii olaanaa jimaata darbe oliyyaannoo isaanii fuudhuun adabbii murtii waggaa 7 isaan irratti darbe kuffisuun waggaa 3 tti...


Mootummaan Namoota 2449 irratti himannaa banuuf tahuu ibse.
Namoota labsii yeroo muddamaa labsameen walqabatee naannoo adda addaa irraa waraana mootummaa fi garee Komaandpoostiitiin hidhaman...


Namoonni aanaa Shirkaa irraa qabaman eessa akka geeffaman hanga ammaatti hin beekamne.
Godinaalee Oromiyaa adda addaa irraa lammiiwwan kuma 50 ol waraana mootummaan ukkaamfamanii manneen hidhaa adda addaatti dararama...


Muslimoonni galmee Eeliyaas Khadiir jalatti himataman guyyaa hardhaatti ni lakkifamu jedhamee eeggam
Muslimoonni kunniin magaala Finfinnee fi Walqixxee irra qabamanii waggaa sadiif badii tokkoon alatti hidhaan dararamaa eega turanii...