top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Aalimni guddaan biyya Keenyaa Sheekh Aadam Tuulaa guyyaa hardhaa barattoota Yuunivarsitii Haramayaa

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Jan 7, 2017
  • 1 min read

Aalimni guddaan biyya Keenyaa Sheekh Aadam Tuulaa guyyaa hardhaa barattoota Yuunivarsitii Haramayaa Ziyaaruun, gorsa bareedaa barattootaa dabarsan.


Barattoonnis gaafiiwwan Fataawaa adda addaa isaaniif dhiheessuun deebisaa argataniiru.


Rabbiin Sheekh keenyaa fi Ulamaa'ota keenya mara iddoo isaan jiranitti nuuf haa tiksu.


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page