top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Torbee tokko keessatti Muslimoonni Burmaa 22,000 ol tahan biyya isaanii lakkisanii Baangilaadishitti

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Jan 10, 2017
  • 1 min read

Tarkaanfii waraanni biyyattii ji'a 3 dura lammiiwwan Miyaamar irratti fudhatee walqabatee lammiiwwan 65,000 ol tahan kutaa Rakhiini irraa baqatuu dhaabbanni mootummoota gamtoomanii UN gabaaseera.


Akka gabaasa kanaatti lammiiwwan 65,000 kana jidduu 22,000 kan torbaan dabre keessa gara Bangilaadishitti kan baqatan yoo tahu, hacuuccaan muslimoota kanniin irratti raawwatamu hanga hardhaatis kan itti fufe tahuu dhaabbanni mootummoota gamtoomanii ibseera.


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page