top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Muslimoonni magaalaa Dasee irraa ajjeechaa Sheekh Nuuruu Yimaamiitiif himataman, guyyaa boruu mana m

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Jan 25, 2017
  • 1 min read


Obboleeyyan Muslimaa magaalaa Dasee irraa waggaa 3 dura yakka dharaa Sheekh Nuuruu Yimaam ajjeestan jechuun himatamanii dararamaa turan, ji'a dabre murtii badii raawwattanii jirtu jedhu itti darbe ture.


Yakki obboleeyyan muslimaa kunniin himatamaniin; Ajjeechaa Sheekh Nuuruu Yimaam, Mootummaa Islaamaa biyyattii keessatti hundeessuu fi sagantaa Sadaqaa fi Tokkummaa magaalaa Daseetti geggeeffame irratti hirmaattan kan jedhu yoo tahu, himatamtoota kanniin manni murtii wagga 3 guutuu himannaa dharaa isaan irratti dhiyaate eega ilaalee booda, badii raawwattanii jirtu jechuun adabbii isaan irratti dabarsuuf Amajjii 18/2016 beellamaman. Guyyaa boruu beellama isaanii irratti hundaa’uun mana murtii olaanaa Federaalaatti ni dhiyaatu jedhamanii eeggamu.


コメント


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page