top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Mootummaan Kuweeti oduun biyyoonni muslimaa 5 akka Kuweeti hin seenne ugguramaniiru jettu dhara jedh

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Feb 5, 2017
  • 1 min read

Ministeerri hajaa alaa Kuweeti Sabah Al Khaliid Al Sabah gaafii fi deebisaa Rooyteers waliin godhe irratti,"Oduun dhiheenya kana Mootummaan Kuweeti uggura pirezedaantii Ameerikaa Doonald Tiraamp lammiiwwan biyyoota muslimaa akka Ameerikaa hin seenne labse hordofee, Mootummaan Kuweetis lammiiwwan biyyoota Muslimaa 5 akka Kuweeti hin seenne uggure jechuun miidiyaalee adda addaa irratti lakkifame oduu dharaati, lammiiwwan biyyoota jedhamanii kun akka barbaadanitti socho'aa jiran. Oduu kana kan dhageenye eega Tiraamp gara Tiwiitar isaatiin lakkisee booda, akkasumas oduun dharaa kun olola deeggartoonni Tiraamp facaasan” jedha.


Σχόλια


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page