

Mootummaan Muslimoota galmee Eliyaas Khadiir jalatti himatamanis hidhaa irraa hiikuuf tahuun beekame
Mootummaan obboleewwan keenya kan badii takkaan malee hidhe, ammaan tana hidhaa irraa hiikuuf ta'uun isaa gabaafamaa jira. Namoonni amma...


Manni Hidhaa Qilinxoo namoota balaa ibiddaa fi rasaasaa irraa lubbuun hafan maqaa isaanii maxxanse
Manni hidhaa Qilinxoo namoota lubbuun hafanii fi kan gara mana hidhaa biraatti dabarfaman maqaa isaanii maxxansee akka jiru ideeyfannoon...


Ummatni mormii mootummaa irratti godhu cimsee itti fuufee jira.
Qaamonni mootummaa magaalota adda addaatti ummata irratti tarkaanfii seeraan alaa fudhataa jiraatuu odeeyfannoon ni addeessa. Magaalaa...


Mootummaan Ammas Hidhamtoota Musliimaa gad dhiisuuf akka tahu madden garagaraa gabaasaa jiru
Muslimoota Galmee Ustaaz Abubakar Ahmad Jalatti himatamanii jiran keessaa, Muslimoonni 9 hiikamuuf akka tahan gabaasni argame ni...


Mootummaan Sa’uud Arabiyaa Hujjaajota 188, 747 kan karaa seeraan alaatiin gara Makkaa seenuuf ta’an
Konkolaatonni 84,965 akkasumas Mini Baasonni 48, Namoota ulaagaa barbaachisaa ta’an hin guunnee, kanneen 188,747 ta’an qabatanii gara...


Guyyaa Har'aa Magaalaa Dambi Doolloo keessatti lammiileen nagayaa Ajjeefaman
Magaalaa Dambi Doolloo Keessatti, guyyaa Har'aa ummanni karoora diddaa bittaa fi gurgurtaa labsame dalagaa irra oolchaa kan ture yoo...


Naannoo Oromiyaa magaalota adda addaatti duulli diddaa bittaaf gurgurtaa lagachuu geggeeffamaa jira
Ummanni gabrummaaf jilbiffatuu diduun mootummaa biyyatti bulchaa jiru irratti mormii cimaa geggeessaa jira. Guyyaa hardhaa magaalota adda...


Birriin Sobaa (Fake) heddu biyya keessa sochoofamaa akka jiru beekame
Guyyaa kaleessaa irraa jalqabee ummanni magaalota adda addaatti mallaqa baankiiwwan mootummaa keessa qaban baasuun diinagdee biyyatti...


Magaalonni Oromiyaa keessa jiran guyyaa har'aa ganamumaan Qabbanaayanii jiran
Sagantaawwan qabsoo hawaasni Oromoo geggeessaa jiru keessaa tokko kan ta'e, Diddaa fi Bittaan gurguttaa meeshaa, guyyaa har'aa ganama...


Hidhamtoonni mana hidhaa Ziwaayii fi ShawaaRoobiitti geeffaman, hanga ammaatti maatii isaanii wajjii
Mootummaan mana hidhaa Qiliinxootti ibidda qabuun hidhamtoonni akka gubatan eegaa godhe booda, hidhamtoota hafan mana hidhaa Ziwaayii fi...