Search
Birriin Sobaa (Fake) heddu biyya keessa sochoofamaa akka jiru beekame
- Odeeyfannoo
- Sep 6, 2016
- 1 min read

Guyyaa kaleessaa irraa jalqabee ummanni magaalota adda addaatti mallaqa baankiiwwan mootummaa keessa qaban baasuun diinagdee biyyatti irratti dhiibbaa godhuu kan jalqabe yoo tahu, guyyaa hardhaa qarshiin sobaa kan abbaa dhibbaafii shantamaa biyyatti keessatti bittineeffamuu odeeyfannoon argame ni addeessa.
Baankiin biyyattii gochaa Seeraan alaa kana osoo arguu usee ilaalaa jiraatuu beekamee jira.
コメント