

Mootummaan Barsiisotaaf leenjii kennutti jira.
Leenjiin kun magaalota adda addaatti guyyaa kaleessaa jalqabuun guyyaa lammaffaaf geggeeffamaa jira. Barsiisonni leenjii kana irratti...


Ustaaz Kaamil Shamsuu Waggaa Afuriin booda guyyaa har’aa Masjiida Beetal Taqwaatti Khuxbaa godhe
Ustaal Kaamil Mana hidhaa keessa waggaa Afurii fi ji’a lama badii takkaan malee dabarse. Ustaazni keenya Haafiza Qur’aanaati. Ogeessa...


Dorgommii Gaafiifii Deebisaa NuuralHudaa
Dorgommii gaafiifi deebisaa NuuralHudaa kan amma dura eegallee yeroof addaan kunne, in shaa ALLAH dhiheenyatti eegaluuf deemna. dorgommii...


Waraanni Agaazii guyyaa arraa Naannoo Dodolaatti dargaggeessa tokko tumuun ilkaan cabsite.
Obboleessi keenya kun Konkolaataa geejjibaa namoota muraasa fe’e tokko yaabbatee Magaalaa Dodolaa irraa gara magaalaa Waabee deemutti...


Dubartiin muslimaa Lammii biyya Biriteen taate tokko magaalaa Niwuyoork keessatti ibiddaan gubamte.
Magaalaa Niwuyoork keessatti dubartii muslimaa lammii Biriteen tokko hijaaba uffattee dukkaana irraa osoo waa bitataa jirtuu humnoota...


Ibsa Koree Furmaata Barbaadduu Hawaasa Musliima Itiyoophiyaa Irraa Kenname
Alhada, Fulbaana 01/2009 Finfinnee ﷽ Yaa Ummata Biyya keenyaa Haala Yaaddessaa yeroo ammaa biyyi teenya keessa jirtuuf, Seenaa isii kan...


Naannoo kibbaatti ummanni Konsoo fincila cima geggeessaa jiraatuun beekame.
Mootummaan Biyyattii bulchaa jiru saba Konsoo kan naannoo kibbaatti argamu irratti lafa isaanii irraa buqqisuun gocha mirga namummaadhaa...


Muslimoonni Asaasaa guyyaa har'aa Koreewwan hidhaa irraa hiikaman Ziyaaran
Muslimoonni Magaalaa Asaasaa Guyyaa har'aa, Magaalaa Finfinnetti argamuun koreewwan fala barbaadduu hawaasa muslimaa kan dhiheenya kana...


Sirni hajjii bara kanaa nagayaa akka geggeeffamu xiyyeeffannaa Mootummaan Sa'udii godhe keeysaa
√ Fayyaa Hujjaajotaa ilaalchisee , ogeeyyii fayyaa 25,000 oli Pirofeseroonni,Doktoroonni, Narsoonni ramadamanii jiru. √ Hospitaalota 25...


Jama'aan Muslima Magaalaa Shaashamannee koree furmaata barbaaduu hawaasa muslimaa Ziyaaran.
Muslimoonni kun konkolaataa minibaasii 6 gutuun gara magaalaa Finfinnee dhaqanii koree furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa kan ziyaaran...