

Dhalattoonni naannawa Waldiyaa kan Sa'uud Arabiyaa jiraatan Mana Baruumsa Salaamiif Komputara 20
Manni Baruumsa Salaam wirtuulee barnoota muslimoonni biyya keennaa qaban jidduu tokko yoo tahu, godina Walloo Kaabaa magaalaa Waldiyaatti...


Balaa dooniitiin namoonni haga 300 dhuman
Dooniin baqattoota heddu feetee Misra (Egypt) irraa gara Awurooppaa deemaa jirtu garagaltee namoonni haga 300 du’uun isaanii gabaafamaa...


Barsiistuun Muslimaa takka dhiira harka hin fuudhu jettee dalagaa dhaabde.
Firdaws Al Sakkaa jedhamti. Umriin isii waggaa 20 yoo ta’u, biyya Siwiidin Mana baruumsa Kuniskaapskoolanitti barsiistuu turte. Haa ta’u...


Namoota hiriira hagayya 6 guutuu Oromiyaatti geggeefame irratti hirmaattanii jirtu jechuun hidhaman
Hiriira guddicha guutuu Oromiyaatti Hagayya 6/2016 geggeeffame irratti mootummaan lammiiwwan hedduu irratti tarkaanfii seeraan alaa...


Waldaan Qur'aana Itoophiyaa Ayyaana Arafaa sababeeffatuun Harka qalleeyyii fi Yatiimotaaf deegga
Waldaan Kun bara 1980 Haaji Muhammad Awwal Raja'an kan hundeeffame yoo tahu, Harka qalleeyyii fi Yatiimota jalatti argamaniif Ayyaana...


Hujjaajonni Sirna hajjii isaanii Xumuruun gara biyya irraa dhufaniitti deebi'uu jalqaban.
Muslimoonni biyya adda addaa irraa dirqama Rabbiin isaan irra kaahe raawwatuuf waggaa waggaan gara Magaalaa kabajamtuu Makkaatti imalu....


Waldaan Tokkummaa Muslimoota Ityoophiyaa magaalaa Riyaadiitti sagantaa Muhadaraa guddaa geggeessuun
Waldaan kun Aaliima guddaa biyya keennaa Sheekh Ahmad Musxafaatiin kan hoogganamu yoo tahu, kamisa galgala magaalaa Riyaadiitti sagantaa...


Guyyaa Kaleessaa Sa'uud Arabiyaa Magaalaa Jiizaanitti, sagantaan addaa qopheeyfame.
Sagantaan kun Jama'aa Yatiimota Answariin kan qophaa'e yoo tahu, sagantaa kana irraatti Kitaabni Obboleessa keenna Suleeyman Hasseen mana...


Magaalaa Goondar naannoo Qidaamee Gabayaa jedhamutti dukkaanonni muslimootaa hedduun gubatan.
Ibiddi kun halkan edaa naannoo saa'aa 4:00 kan ka'e yoo tahu, dukkaanonni naannawa sanitti argaman guutumaan guututti kan barbadaa'an...