

Mootummaan Ummata dirqiin Walgahiif baasaa jira
Odeeyfannoon ammaan tana Magaalaa Ciroo irraa arganne akka mul’isutti mootummaan dirqamaan ummata gara walgahii oofaa jira. Magaalaa...


Mootummaan Ummata Salaata dhoorkutti jira
Guyyaan har'aa guyyaa jum'aati. Guyyaa Muslimni hundi isaatuu jama'aan walitti qabamee salaata isaa masjiidatti geggeeffatu. Haa ta'u...


Mormiin Oromiyaa keessaa daran jabaatee itti fufee jira
Sochiin daldalaafii hojii Oromiyaa keessaa har’as akkuma addaan citetti jira. Mootummaanis tarkaanfii garagaraa fudhataa akka jiru...


Sochiin Oromiyaa keessaa har’as jabaatee itti fufee jira
Magaalaaleen Oromiyaa hedduun isaanii guyyaa har’aatis hiriiria keessummeessaa jiru. Qabeenyi mootummaa fi Waajjiraaleen mootummaatis...


Magaalonni Oromiya guyyaa har'aatis Mormii guddaa keessummeessa jiru
Erga Waraanni mootummaa guyyaa alhadaa Magaalaa Bishooftutti ummata nagayaa irratti dhukaasa banuun du’aa namoota dhibbaan lakkaawamanii...


Mormiin Oromiyaa keessatti godhamu guyyaa hardhaatis cimee itti fuufee jira.
Guyyaa har'aa magaalaa Bulee Horaa waajjiira Poolisii, Mana Murtii, Gumruukaa fi waajjiraaleen birootis barbadaawanii jiru, ummanni...


Mormiin Magaalota Oromiyaa keessatti godhamu ammas itti fufee jira.
Ajjeechaa gara jabeenyaa guyyaa kaleessaa Magaalaa Bishooftutti raawwatame hordofee mormiin guyyaa kaleessaa magaalota Oromiyaa garagaraa...


Masjiida biyya Jarmanitti argamu tokkotti Boombiin dhoohe.
Masjiidaa fi Galma walgahii kan Biyya Jarman magaalaa Dreesdan keessatti argamu keessatti, halkan edaa boombiin kan dhoohe tahuu...


Muslimoonni Magaalaa Halaabaa Obboleewwan hidhaa irraa hiikaman Ziyaaran
Ulama'oonni fi Jarsooliin Biyyaa magaalaa Alaabaa irraa dhufan Koree furmaata barbaduu hawaasa Musliima hidhaa irraa lakkifaman...


Waraanni Isra'eeli jalqaba bara 2016 irraa jalqabee Daa'imman Falisxiin kan umriin hin gahin
Dhaabbanni Bilisummaa ummata Falisxiiniif qabsaa'u (Palestinian Liberation Organizations) ibsa sabtii dabre baase irratti ibsee jira....