top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Waraanni Isra'eeli jalqaba bara 2016 irraa jalqabee Daa'imman Falisxiin kan umriin hin gahin

  • Odeeyfannoo
  • Sep 26, 2016
  • 1 min read

Dhaabbanni Bilisummaa ummata Falisxiiniif qabsaa'u (Palestinian Liberation Organizations) ibsa sabtii dabre baase irratti ibsee jira.

Hoogganaa PLO kan tahe, Iisaa Qaraqii '' Daa'immaan mana hidhaa keessattii argaman kana irratti waraanni Mootummaa Isra'eel gochaa suukaneessaa raawwatuun dararaa jiru jedha.

PLO ibsa baase kana irratti manneen hidhaa tokko tokko keessatti hidhamtoota kana irratti himannaan osoo hin dhihaatin waggaa tokko oli roorrifamuu, muraasni immoo murtiin itti kennamee mallaqa guddaa kafaluun bahan akkasumas isaan biroo immoo murtiin itti kennamee hidhaa irratti argamu jedhan.

Aangaawoon Isra'eeli sababni kana godhaa jiraniif ummata Falisxiin weeraruuf jeecha irra deddeebi'aa daa'imman irratti hidhaansa kana raawwataa jiru kanaafuu dhaabbileen mirga namummaaf ni falmina jedhanis akka mootummaa Isra'eeli akeekkachiisan gaafanna jedha PLO'n


Commenti


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page