Search
Muslimoonni Magaalaa Halaabaa Obboleewwan hidhaa irraa hiikaman Ziyaaran
- Odeeyfannoo
- Sep 26, 2016
- 1 min read

Ulama'oonni fi Jarsooliin Biyyaa magaalaa Alaabaa irraa dhufan Koree furmaata barbaduu hawaasa Musliima hidhaa irraa lakkifaman Ziyaaraan.
Ulamaa'onni fi Jaarsoliin kun naannoo Kibbaa magaalaa Alaabaa irraa gara magaalaa Finfinneetti imaluun koreewwan fi Ustaazota hidhaa irraa hiikkamaniif gumaata adda addaa kan gumaataniif tahuu beekamee jira. Ziyaaraa isaanii kana irratti deeggarsaa fi kabajaa qabaniif ibsatanii jiru.


Comments