top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Dhalattoonni naannawa Waldiyaa kan Sa'uud Arabiyaa jiraatan Mana Baruumsa Salaamiif Komputara 20

  • Odeeyfannoo
  • Sep 26, 2016
  • 1 min read

Manni Baruumsa Salaam wirtuulee barnoota muslimoonni biyya keennaa qaban jidduu tokko yoo tahu, godina Walloo Kaabaa magaalaa Waldiyaatti argama. Mana barnoota kanaaf dhalattoonni magaalaa Waldiyaa fi naannawa ishii kan Sa'uud Arabiyaa jiraatan Komputara 20 kan gumaachan tahuu beekamee jira. Gumaanni kun bakka bu'oonni mana baruumsaatti argamuun bulchiinsa mana baruumsichaatti kan kennan tahuu odeeyfannoon argame ni addeessa.

Mana baruumsa kanatti majliisonni mootummaa barsiisota duraan turan ari'uun kan Ahbashoota qaxaruun, barsiisa Ahbaash kan babaldhisaa jiran yoo tahu, Hawaasni muslimaa naannawa sanii akkuma kanaan dura godhaa turan shira isaanii kana fashaleessuu akka qabanis dhaamsa dabarsanii jiru.


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page