top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Namoota hiriira hagayya 6 guutuu Oromiyaatti geggeefame irratti hirmaattanii jirtu jechuun hidhaman

  • Odeeyfannoo
  • Sep 21, 2016
  • 1 min read

Hiriira guddicha guutuu Oromiyaatti Hagayya 6/2016 geggeeffame irratti mootummaan lammiiwwan hedduu irratti tarkaanfii seeraan alaa fudhatuun kan miidhee fi namoota hedduus mana hidhaatti kan uggure ta’uun ni yaadatama.

Namoota guyyaa sanitti waraanni mootummaa ukkaamsuun mana hidhaa sabaatanyaa fi Sostanyaa kan magaalaa Finfinneetti hidhaman jidduu guyyaa hardhaa isaan 17 wabiin kan hidhaa irraa gad lakkifaman tahuu odeeyfannoon ni addeessa.

Namoonni guyyaa hardhaa lakkifaman kunis

1. Tasfaayee Dammee Toleeraa

2. Getaachaw Xilaahuun

3.Dirribaa Bayyanee Abdii

4.Shaambal Jiddaa Birraa

5.Birmajii Abelaa Sabbooqaa

6.Ayyaanoo Abelaa Sabbooqaa

7.Katamaa Tujubaa Namtiicha

8. Obsaa Dhiyeessaa Gammachuu

9.Gammadaa Habtee Gabul

10.Mulunah Gazzuu Gadii

11.Aaddis Sanbataa

12. Sznyoo Abarraa Baacaa

13.Abbaaynah Masfina

14.Caalaa Ajjamaa Wayyeessaa

15. Hayluu Zawduu Hurrisaa

16.Abdallaah Hassan Muhammad fi

17. Ashannaafii Taayyee Tamtimee tahuu isaanii beekamee jira.


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page