Search
Dorgommii Gaafiifii Deebisaa NuuralHudaa
- NuuralHudaa
- Sep 15, 2016
- 1 min read

Dorgommii gaafiifi deebisaa NuuralHudaa kan amma dura eegallee yeroof addaan kunne, in shaa ALLAH dhiheenyatti eegaluuf deemna. dorgommii kanarratti karaa salphaan hirmaachuuf, Application NuuralHudaa Play Store keeysaa download godhaa, Dhaggeeyfattoota iPhone fii iPad fayyadamtaniifis, Application keenya karaa Apple store keeysaan dhihootti isin dhaqqaba in shaa ALLAH! liinkiin Application android > https://goo.gl/IxDHVP
Comments