Search
Naannoo kibbaatti ummanni Konsoo fincila cima geggeessaa jiraatuun beekame.
- Odeeyfannoo
- Sep 14, 2016
- 1 min read

Mootummaan Biyyattii bulchaa jiru saba Konsoo kan naannoo kibbaatti argamu irratti lafa isaanii irraa buqqisuun gocha mirga namummaadhaa sarbuu kan raawwataa jiru yoo tahu, Waraanni mootummaa Fulbaana 1/2009 irraa hanga hardhaatti qotee bultoota irratti ajjeechaa raawwataa jiraatuu odeeyfannoon ni addeessa.
Guyyaa hardhaa waraanni mootummaa mana qotee bultoota 80 gubuun bakka jireenya isaanii irraa kan buqqisee fi nama 5 kan ajjeese tahuu gabaasni argame ni mul'isa.
Comentarios