top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Mootummaan Muslimoota galmee Eliyaas Khadiir jalatti himatamanis hidhaa irraa hiikuuf tahuun beekame

  • Odeeyfannoo
  • Sep 8, 2016
  • 1 min read

Mootummaan obboleewwan keenya kan badii takkaan malee hidhe, ammaan tana hidhaa irraa hiikuuf ta'uun isaa gabaafamaa jira. Namoonni amma hiikamuudhaaf jedhan keessaa, obboleettiin teenya Hayaatal Kubraan kan argamtu ta'uun beekamee jira.

Muslimoota dhimmi isaanii mana murtiitti ilaalamaa jirus himannaa isaanii dhiisuun hiikuuf tahuu beekamee jira.

Gabaasni kun kan Raadiyoo Fitihiti


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page