

Poolisiin Biyya Hindii, Mormitoota Kutaa Kaashmiir irratti rasaasa Chilli-based fayyadamuuf murteess
Walitti bu’iinsa dhiheenya kana Kutaa biyya Kaashmir mudataa jiruun walqabatee, poolisiin biyya Hindii Meeshaa waraanaa Kan Pellet guns...


Gaggeeysan Qabsoo Muslimoota biyya keenyaa, Sagaleen Keenya Haa dhagayamuun ibidda guyyaa kaleessaa
Geggeessaan qabsoo nagayaa hawaasa muslimaa sagaleen keenya haa dhagayamuun, mana hidhaa Qiliinxoo kan hidhamtoonni hawaasa muslimaa fi...


Mootummaan Mana Hidhaa Qaallittiitti nama ajjeesuu itti fuufee jira
Guyyaa kaleessaa mana hidhaa Qiliinxootti Ibidda kaasuun mootummaan lubbuu hidhamtoota hedduu galaafatuun beekamaadha. Guyyaa hardhaa...


Mootummaan Qeeqa ummataa hin fudhanne, aangoo irra turuu hin danda’u!
Ummanni Muslimaa qabsoo isaa waggaa 40f godhaa ture ammas cimsee itti fufa! Sagaleen keenya Haa dhagayamu / ድምፃችን ይሰማ Sagantaa mormii...


Gaazexaanleen biyya keessatti maxxanfaman tokko tokko hidhamtoonni ajjeefaman 20 ni gahu jedhu.
Gaazexaan Addis Fortune jedhamu namoonni balaa mana hidhaa qilinxootti guyyaa hardhaa ka'een, waraanni mootummaa hidhamtoota 20 ajjeesee...


Mootummaan Itoophiyaa balaa ibiddaa guyyaa har'aa ka'e kan qabsiise hidhamtoota akka ta'
Ministeerri Dhimmoota Komunikeshiinii mootummaa Ityoophiyaa balaan Ibiddaa mana hidhaa Qilinxootti ka'e jeequmsa hidhamtoonni kaasaniin...


Ibidda guyyaa har'aa mana hidhaa qilinxotti ka'e sababa godhachuun hidhamtoonni rasaasaan ru
Waraanni Mootummaa Ibidda mana hidhaa Qilinxootti ka'ee sababeeffatuun hidhamtoota irratti dhukaasa banuun namoonni hedduun miidhamuu...


Mana hidhaa Qilinxootti ibiddi ka'uun isaa himamaa jira
Mana hidhaa Qilinxootti ibiddi ka'uun isaa himamaa jira. Sagaleen dhukaasaatis dhagahamaa jira. Mana hidhaa kana keessa Muslimootni...


Pirezidaantiin Yugaandaa Yuweerii Musevenii Lammiiwwan muslimaa 103 tahaniif baasii sirna hajjii bar
Gorsaa Pirezidaantii kan tahe ministeerri dhimmoota Siyaasaa biyyatti Haarunaa Kyeyunee Kasoloo, hujjaajonni kun dhiiraa 68 fi ...


Hawaasni biyya keenyaa guyyaa har'aa Magaalaa Barlinitti hiriira godhan.
Hiriira guyyaa har'aa Magaalaa Barlinitti godhame irratti, ajjeechaa fi sarbamiinsa mirga namaa biyya keenya keessatti adeemaa jiru...