Mana hidhaa Qilinxootti ibiddi ka'uun isaa himamaa jira
- Odeeyfannoo
- Sep 3, 2016
- 1 min read

Mana hidhaa Qilinxootti ibiddi ka'uun isaa himamaa jira. Sagaleen dhukaasaatis dhagahamaa jira. Mana hidhaa kana keessa Muslimootni sababa mirga isaanii gaafataniif hidhaman heddutu jira. Akkasumas dhimma siyaasaatiin walqabatee Oromootaa fi lammiileen biyya keenyaa hedduunis mana hidhaa kana keessatti argamu.
Comments