top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Mootummaan Mana Hidhaa Qaallittiitti nama ajjeesuu itti fuufee jira

  • Odeeyfannoo
  • Sep 4, 2016
  • 1 min read


Guyyaa kaleessaa mana hidhaa Qiliinxootti Ibidda kaasuun mootummaan lubbuu hidhamtoota hedduu galaafatuun beekamaadha.

Guyyaa hardhaa immoo mana hidhaa Qaallittii kan koreen furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa itti hidhamanitti nama lama ajjeesuu, odeeyfannoon argame ni addeessa. Ajjeechaan guyyaa hardhaa mana hidhaa Qaallittii Zoonii tokkoffaa kan koreen itti hidhamanii argaman keessaa tahuus beekamee jira.

Manni hidhaa Qiliinxoo guyyaa hardhaa duwwaa yoo tahu hidhamtoonni keessa jiraan eessa akka geeffamanis hin beekkamne.


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page