Search
Ibidda guyyaa har'aa mana hidhaa qilinxotti ka'e sababa godhachuun hidhamtoonni rasaasaan ru
- Odeeyfannoo
- Sep 3, 2016
- 1 min read

Waraanni Mootummaa Ibidda mana hidhaa Qilinxootti ka'ee sababeeffatuun hidhamtoota irratti dhukaasa banuun namoonni hedduun miidhamuu odeeyfannoon argame ni addeessa.
Namoonni miidhaman eenyu faa akka tahan kan hin beekamin yoo tahu hidhamaan tokko Ajjeefamuu beekame jira, akkasumas hidhamtoonni 14 rasaasaan dhahamanii Hospitaala Poolisiitti geeffamuu odeeyfannoon argame ni addeessa. NuuralHudaa
Comments