

Mootummaan biyyatti bulchaa jiru gaafii eenyummaa ummanni naannoo adda addaatti kaase jalisuun kaall
Mootummaan akkuma kanaan dura gaafii mirgaa Hawaasni muslimaa kaase dookumantariiwwan adda addaa qopheessee hawaasa muslimaa maqaa...


Addeessi Zul Hijjaa har’a waan hin mul’atiniif, Ayyaanni Iidal Ad'haa Fulbaana Lama tahu manni M
Ayyaannii Iidaa akka laakkofsa biyya keenyaatti Fulbaana 2/2009, ykn ammoo Fulbaana 12/2016 guyyaa wiixataa irra oola In shaa ALLAH....


Kaleessa galgala magaalaa Waraabeetti barreeffamni giraafitii qabsoo hawaasa muslimaa ilaallatu barr
Barreefamoonni kun dhaadannoo qabsoo hawaasa musliimaa fi gochaa mootummaan Lammiiwwan irratti raawwataa jiru, Ajjeechaa naannoo Oromiyaa...


Masjiidni Adunyaa irraa guddinnaaan sadarkaa 3ffaa irratti argamu Aljeeriyaa keessatti ijaaramaa jir
Masjiidni Adunyaa irraa guddinnaaan sadarkaa 3ffaa irratti argamu Aljeeriyaa keessatti ijaaramaa jira. Abbaan Taayitaa manneen ...


Jaarraa tokkoon dura ykn ammoo waggaa 127 dura Hajjiin kana fakkaata ture.
Allaahu Akbar! Allaahu Akbar! Yeroo san yeroo teknolojiin akkaan hin babal’atin sanitti. Ummanni Muslimaa bakka garagaraatii dirqama...


Sa’udiin Ambulaansii Heelikooptaraa Saddeet Hujjaajotaaf qopheessite
Akka Hoogganaan ol aanaa Waajjira Fannoo diimaa Sa’uudii ibsetti Ambulaansii Heelikooptaraa Saddeet kan namoota dhukkubsatanii fi...


Muummichi Ministeera Ityoophiyaa fincila Oromiyaa fi Naannoo Amaaraa keessatti geggeeffamaa jiru il
Mootummaan fincila yeroo ammaa kana ummanni naannoo adda addaatti gaafii mirgaa kaasuun gaggeessaa jiru irratti, gaafii ummanni kaase...


Namoonni Aanaa Masalaa ganda Coommaatti ajjeefaman 15 gahuun beekame.
Hagayya 27 Harargee Lixaa aanaa masalaa Araddaa Coommaatti waraanni Agaazii namoota nagayaa irratti rasaasa dhukaasuun namoota hedduu...


Mootummaan Misraa Hujjaajonni Falisxiin daangaa Gaazaa akka qaxxaamuran eeyyameef.
Sirna Hajjii bara kanaatiif mootummaan Misraa guyyoota sadiif hujjaajonni Falisxiin daangaa Gaazaa akka qaxxaamuran eeyyamuu Hamaas ibsee...


Manneen Barnoota Islaamaa fi Masjiidota magaalaa Waldiyaatti majliisonni mootummaa barsiisota Ahbaas
Majliisonni mootummaa kun kanaan dura barsiisota mana baruumsa Salaam mindaa dhoowwatuun ni yaadatama. Barsiisonnilleen majliisota...